Apply for Member
Login
Logout
New
DEEGGARSAA NAMOOMAA
1
Yaa'ii walii galaa 2ffaa
1
About US
About WTOS
Mission of WTOS
Vision of WTOS
Goal of WTOS
Who We are?
What we do
WTOS works Structure
Board committee
Executive committee
Accounts and Finance committee
Audit committee
Inspection committee
Social Committee
Advisory committee
What Done BY WTOS
Support by WTOS
8
Award certificate
7
Thanks for WTOS
1
Message of WTOS
1
History of salale
0
Culture of salale
3
Art of salale
0
Promotion
0
Becoming WTOS
Do you need to be WTOS
WHAT IS CHARITY?
Questions on Charity
Gallery
History
0
Social life
2
Phase 1 Support
6
Phase 2 Support
1
Meeting of all committee members
6
Video
written Document
Vacancy
Contact
0
Permanent
1
2024-03-25
WTOS
Â
Â
Adoolessaa 16, 2015 Waldaan Tola Ooltummaa Salaalee Yaa'ii walii galaa 2ffaa finfinneetti gaggeesse.
Yaa'iin kun eebban eegaluun haala hoo'aan kan kabajameefii ofkaltiin kan xummuurame. marii kana irrattis murteen garaagaraa kan itti darbee yoo ta'u yaa'ii baldhaa hubannoo walii uumuu ofkeessaa qabu yeroo dhiyootti salaaletti akka qophaayus kallattiin kaayameera.
Waldaan tola Ooltummaa Salaalee hojiilee erga hundeeffamee hojjachaa ture Obboo Mergaa Tulluu gabaasa dhiyeessuun miseesoonni waldichaa irratti mari'atanii jiru.
Waldichi Aadaa, Duudhaa, Saafuu, Artiifi Seenaa Uummataa godinichaa barsisuu fi beeksisuuf, akkasumaas eenyummaa bade deebisuufi kan jiru immoo ciminaan itti fufsiisuufii,rakkoo jirus kan furu humna hedduun jiraachuun beekkame,uummannis rakkoo keessaa akkaataa itti bahee diinagdeen of danda'u hojiin keenya duraa gargaarramaa baay'isuu osoo hin taane akkaataa itti rakkoo keessaa bahuun danda'amu karaa qaama barateen agarsiisu gargaara horachaa deemudha hojii kanas hojjachaa jiraachuu Pireezedantiin Waldaa tola Ooltummaa Salaalee Obbo Daniel Geetachoow himaniiru .
Dabalataanis waldaan tola Ooltummaa Salaalee hawaasa godinichaa rakkoo nageenyaan qa'eefi qabeenya isaaniirraa buqqa'an deeggarsaa taasisuufi godina biroofillee deeggarsa taasiisuun qaamota(namoota) dhuunfafii akka dhaabbataatin nu deeggaraa turaniifis galanni guddaan akka malu Obbo Daniel ibsaniiru.
Waldichi erga hundeeffame kaase hojii hawaasa fayyadan hedduu hojjachaa jiraachuu himuun waldaa kana gama hundan jabeessaa deemu barbaachisaa ta'uu ibsuun namoonni hunduu abbummaan wal eeggumsa tokko malee quuqama guddaaf miira guddaan waa guddaa osoo hin taane waa xiqqaan uummata keenya gargaaruu akka qabnu Walitti qaban Bordii Waldaa tola ooltummaa Salaalee Obbo Taayyee Addunyaa himaniiru.
Marii kanan wal qabate hirmaattonni koree marii kana irratti argamanis fakkeenya garaa garaa kaasun gurmaayun ilma namaafis bineensafis faayidaa qabaachuu isaa beekkame hardhaa booda imaanaa nutti kenname osoo wal irratti hin gatin waliin yaa hojjannu.komataa ta'uu dhiisnee hojjataa ta'uu qabnas ofirra dabarree qaama lammataaf ta'uu qabna jechuun sagalee tokkoon barbaachisummaa waldaa kanaa dhugoomsaniiru.
Dhummarattis namoota addaa durummaan hojii hojjachaa turaniif beekamtiifi warqaan ragaa kennamee jira.
Ofiirraa jalqaban Addunyaaf dhaqabna.
     Â
        Â
Â
 Â
Â